Doktar Abiy Ahimad haala waqtaawwa ilaalchisuun bor mana maree bakka bu’oota uummataaf ibsa ni laatu.

2

Waxabajjii, 06/2014(TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad haala waqtaawwa ilaalchisuun bor mana maree bakka bu’oota uummataaf ibsa ni laatu.

Manni marichaa bor yaa’ii idilee 13ffaa kan ta’uu yoo ta’u ministirri muummee deebii jechaan laataan ni dhaggeeffatu beeksiseera.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad gaaffiiwwan miseensoota mana marichaarraa dhihaatuufis deebii ni laatu jedhamee eeggama.