Baankiin Amahaaraa Waxabajjii 11 bara 2014 hojii isaa ifati kan eegalu ta’uu beeksise.

69

Waxabajjii 06/2014(TOI) - Baankiin Amahaaraa Waxabajjii 11 bara 2014 hojii isaa ifati kan eegalu ta’uu beeksise.

Baankiin Amahaaraa Kaappitaalaa ka’umsaa Birrii biiliyoona 6.5’niin Waxabajjii 11 bara 2014 hojii isaa ifati kan eegalu ta’uu beeksiseera.

Baankichi hojii eegaluu isaa ilaalchisuun hoggantoonni olaanoo baankichaa ibsa kennaniiru.

Baankiin Amahaaraa dameelee 70’n hojii kan eegalu yoo ta’u, hanga Waxabajjii 30 bara 2014 ‘tti dameelee isaa gara 100’tti guddisuuf karoorfateera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015