Obbo Dammaqee Makonniniin magaalaa Samaraa galan. - ENA Afaan Oromoo
Obbo Dammaqee Makonniniin magaalaa Samaraa galan.
89
Caamsaa 27/2014(TOI) - Jiilli Ministiirra Muummee Itti aanaafi Ministiirra Dhimma Alaa Obbo Dammaqee Makonniniin durfamu Samaraa gale.
Obbo Dammaqaan buufata xiyyaaraa Sulxaan Aliimiiraahii Haanfaree wayita ga'an Pireezidaantii naannichaa obbo Awwal Arbaa fi hoggantoota mootummaa olaanoo naannichaan simatamaniiru.
Turtii Samaraatti taasiisaniin hoggantoota naannichaa waliin dhimmoota haala waqtaawarratti ni mari'atu jedhamee eegama.