Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Finfineeraa karaa Togoo lomee gara Waashingiteen diisitii kallattiin balalii eggaluu beeksise.

153

Caamsaa 24/2014(TOI) - Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Finfineeraa karaa Togoo lomee gara Waashingiteen diisitii har'a irraa jalqabee torbanitti guyyaa sadi kallattiin balalii eggaluu beeksise.

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Kaargoo Finfinnee jiruttii torbanitti yeroo tokko tajaajila kennuu kan jalqabe yoo ta'u yeroo ammaa sadarkaa idil addunyaatti bakkeewwan gahuumsaa 116 kan biyya keessaa 23 qaba.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015