Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad yaa’ii addaa hoggantoota gamtaa Afrikaa Maalaabootti geggeeffama jiru irratti hirmaachaa jiru

86

Caamsaa 19/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii yaa’ii addaa Hoggantoota gamtaa Afriikaa 15ffa irratti hirmaachaa jiru.

Sirna baniinsa yaa’ichaarratti Giiftii Duree Zinnaasha Taayyaachoos hirmaataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015