Dokatar Abiy Ahimad guyyaa Afrkaa ilaalichiisuun ergaa dabarsan.

Caamsaa 17/2014(TOI) - Guyyaa Afrikaa baranaa wayita kabajnu mul'ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo keenya ni mirkaneessina jedhan Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad.

Ministirri Muummeen Dr. Abiyyi Ahimad guyyaa Afrikaa har'a kabajamu sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.

Guyyaa Afrikaa kanatti, mul’ata tokkummaa fi waadaa abbootiin keenyaa gara egeree nagaa, walitti hidhamiinsaa fi badhaadhina ardichaa qabatanii turan irra deebiin ni mirkaneessina! Jedhan ergaa Tiwiitarasaaniin dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015