Mootummaan naannoo Amahaaraa TOI gahee duula olaantummaa seeraa fi birmaduummaa biyya kabachiisuu keessatti baheef badhaasa beekamtii kennee.

72

Caamsaa 3/2014(TOI) - Mootummaan naannoo Amahaaraa Tajaajilli Oduu Itoophiyaa (TOI) gahee duula olaantummaa seeraa fi birmaduummaa biyya kabachiisuu keessatti baheef badhaasa beekamtii kennee.

''Duula olaantummaa seeraa fi birmadummaa biyyaa kabachiisuurratti aarsaan kanfalamee tokkumaafi birmadummaa Itoophiyaafi.'' mata duree jedhuun qamoolee duulicha keessatti gahesaanii bahaniif sagantaan beekamtii kennuu magaalaa Bahaardaaritti geggeeffama jira.

Sagantaa kanarratti badhaasa waancaa Tajaajila Oduu Itoophiyaaf qophaa'ee hoji geggeessaa olaanaan TOI obbo Seefaa Darribeen Pirezidaantii naannoo Amahaaraa doktar Yiliqaan Kaffaloorraa fuudhaniiru.

Sagantaa kanarratti EBC,FBC,Waltaa fi dhaabbileen miidiyaa biroos badhaasa waancaa argataniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015