Dhaabbileen Sivilii Federaalaa naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasisan

61

Ebla 25/2014 (TOI) – Dhaabbileen Sivilii Federaalaa naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasisuu ragaan Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015