Gambeellatti sagantaa Afxiir daandirraa geggeeffama jira.

55

Ebla 21/2014(TOI) - Gambeellatti sagantaan Afxiir daandirraa geggeeffama jira.

Sagantaan kun mata duree Koottaa waliin haa Afxaarru jedhuun kan qophaa'e ta'uu himameera.

Sagantaan kun tokkummaa hawaasa bira jiruu caalaatti cimsuufi agarsiisuuf kan qophaa'e ta'ii itti aanaan Pirezidaantii Dhimmoota Islaamaa naannoo Gambeellaa sheh Siraaj Amaan TOI himaniiru.

Akkasumas kanneen qaban kan hin qabneef qooduun akka sooma kana waliin dabarsaniif yaadamee qophaa'uu himameera.

Sagantaa kanarratti hordoftoonni amantichaafi kannee biroon hedduun argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015