Imbaasiin Jaappaan Mana Baruumsa sadarkaa 2ffaa Naannoo Sidaamaatti ijaarsise eebbise.

65

Ebla 19/2014(TOI) -Imbaasiin Jaappaan Mana Baruumsa sadarkaa 2ffaa Naannoo Sidaamaatti ijaarsise eebbise.

Imbaasiichi Mana Baruumsa sadarkaa 2ffaa Yoowaa Naannoo Sidaamaa aanaa Wandoo Gannatitti baasii Birrii Miiliyoona 4fi kuma 500 oliin ijaarsise eebbiseera.

Sirna eebba kanarrattis Pireezidaantii Naannoo Siidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo,Itiyoophiyaatti amaabaaddarri Jaappaan Ambaasaaddar Etoo Takaakoofi hoggantoonni olaanoo naannichaa argamaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015