Obbo Ristuun Yirdaawu Ayyaana Faasikaa ilaalchise hordooftoota Amantaa Kiristaanaa maraan ergaa baga geessanii dabarsaniiru

49

Ebla 15/2014(TOI) - Ayyanaa Faasikaa, sababa gara garaan lammiilee buqqa’aanifi harka qalleeyyoota gargaaruun kabajuun akka barbaachiisuu Pireezidaantiin Naannoo Sabootaa, Sablammootaafi Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw himan.

Pireezidaanti Ristuun, Ayyaana Faasikaa ilaalchise hordooftoota Amantaa Kiristaanaa maraan ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015