Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad hawaasa musiliimaaf qophii Afxiraa taasisan.

91

Eebla 04/2014(TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad hawaasa musiliimaaf WaajjiraMinistira Muummeetti qophii Afxiraa taasisan.

Sagantaa Afxiraa kanarratti Pireezedaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Muftii Hajii Umarii fi miseensonni hawaasa musiliimaa biroon argamaniiru.