Hariiroon daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaa fi Indooneezhiyaa gidduu jiru guddachaa dhufeera jedhame

80

Ebla 02/2014(TOI) - Hariiroon daldalaa fi invastimantii Itoophiyaa fi Indooneezhiyaa gidduu jiru guddachaa dhufuu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Indooneezhiyaa himan.

Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Indooneezhiyaa Ambaasaaddar Al Buusyiiraa Baasnuur Tajaajil Oduu Itoophiyaa waliin turtii taasisaniin, hariiroon dippiloomaasii biyyoota lameen gidduu jiru damee hundaan guddachaa dhufuu himaniiru.

Hariiroon biyyoota lameenii keessumaa damee dinagdeen cimaa dhufuu eeruun, waggaa darbe jijjiirraan daldalaa gatii Doolaara miiliyoona 70 qabu taasifamuus himnaiiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015