Abbaa Taayitaa Midiyaalee Itoophiyaaf boordiin haaraa muudame.

201

Bitootessa 29/2014(TOI) - Manni maree bakka bu'oota uummataa bu'uura labsii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa hundeessuuf ba'ee 1238/2013'n boordii abbaa taayitichaa haaraa har'a muudeera.Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesaa 6ffaa bara hojii 1ffaa taa’aa jira.

Manni mariichaa walga'ii isaa kanaan Abbaa Taayitaa miidiyaalee Itoophiyaaf boordii haaraa muudeera.

Haaluma kanaan

1. Ambaasaaddar Rediwaan Huseen - Ministeera dhimma alaarraa - Walitti qabaa

2. Ambaasaaddar Naasisee Caalii - Ministeera Turizimii irraa Miseensa

3. Ambaasaaddar Hasan Ibraahim Jiddugala ijaarsa dimokraasiirraa- miseensa

4. Doktar Aggaradech Jamaanee- Yuunivarsitii Finfinneerraa - Miseensa

5. Doktar Baddiluu Waaqjiraa Yuunivarsiitii Finfinneerraa - Miseensa

6. Doktar Masaay G/maaram Yuunivarsiitii Finfinneerraa - miseensa

7. Doktar Wadaajenee Mahaarinee - miseensa

8. Luba Taagaay Taaddalaa - dhaabbilee amataarra- miseensa

9. Ustaaz Yaasiin Nuuruu - dhaabbilee miidiyaarra - miseensa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015