Mariin 'Addis wag' mata duree ''Sababoota qaala'insa jireenyaa fi tarkaanfiiwwan furmaataa'' jedhuun geggeeffama jira. - ENA Afaan Oromoo
Mariin 'Addis wag' mata duree ''Sababoota qaala'insa jireenyaa fi tarkaanfiiwwan furmaataa'' jedhuun geggeeffama jira.

Bitootessa, 29/2014(TOI) - Mariin 'Addis wag' mata duree ''Sababoota qaala'insa jireenyaa fi tarkaanfiiwwan furmaataa'' jedhuun waajjira Ministira muummeetti geggeeffama jira
Mariin kunis yaada marii deetaa ministira Pilaaniifi misomaa doktar Namarraa Gabayyoo, Baankii biyyaaleessaa Itoophiyaatti gosaa dhimma maakiroo ikonomii obbo Mallas Minaalee, daarektara komishiinii waldaa hojii bittaafi gurgurtaa Yirgaaleem Inniyoo dhisaaniin irratti mari'atama jira.