Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame

60

Finfinnee, Bitootessa 28/2014 (TOI) – Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Saganticharratti miseensonni liigii dargaggootaa naannolee fi bulchiinsa magaalota hirmaachuu ibsameera.

Sagantichi mata duree “soorata koo boroo koorraa” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu fi saganticharratti miseensonni koree hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Dooktar Alamuu Simee fi obbo Mallas Alam argamuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015