Naannichi keessummoota ayyaana Iidaa al-Faxirii fi Iidaa Shawwal kabajuuf dhufan simachuuf qophaa'eera.

75

Bitootessa 27/214(TOI) - Naannoon Hararii keessummoota ayyaana Iidaa al-Faxirii fi Iidaa Shawwal kabajuuf dhufan simachuuf qophaa'aa jiraachuu beeksise.

Hogganaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii naannichaa, Obbo Henook Muluneeh himaniiru Keessattuu ayyaanaa Iidaa Shawwal bifa addaan kabajuuf qophaa'uu himaniiru.

Ayyaannicha sababeeffachuunis qophiileen garaagaraa qophaa’aa jiraachuus himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015