Lammiileen Itoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

56

Finfinnee, Bitootessa 26/2014 (TOI) – Lammiileen Itoophiyaa Saa’uud Arabiyyaa magaalaa Jiddaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 270 guyyaa ha’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.


Guyyaa har’aa balallii sadiin daa’immaan 269 dabalatee lammiileen kumni 1 fi 270 gara biyyaa deebi’uu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaaraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015