Doktar Abiy Ahimad Naannoo Amahaaraa aanaa Danbiyaa Lixaatti Qamadii Jallisiin misoome daawwachaa jiru

97

Bitootessa 11/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad naannoo Amaharaa aanaa Danbiyaa Lixaatti Qamadii Jallisiin misoomaa jiru daawwachaa jiru jedhame.

Bara kana Naannoo Amaaraatti Qamadii jallisiin misoomaa jirurraa callaa kuntaalli miiliyoonni 2 ni eegama jedhame.

Daawwanna kanarratti Ministira Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad dabalatee Pireezdaantoonni naannoo Amahaaraa, Oromiyaa fi naannoo Kibbaa argamaniiru.
daawwannaa kanarratti argamaniiru.

Doktar Abiy Ahimad dhaabbilee barnootaa olaanoo fi Qonnaan Bultoota misooma Qamadii Jallisiif gumaacha taasiisan galateeffataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015