Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaan walqabataan kaafame - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaan walqabataan kaafame
48
Amajjii 17/2014 (TOI)-Magaalaa Finfinneetti yeroof dhorkamee kan ture tajaajilli lafaan walqabatuu kaafamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Dhorkiin yeroo kun kan kaafamee ta’uun tajaajilicha Amajjii 13, 2014 irraa eegalee kutaa magaaloota jiraniitti keessummafamuun akka danda’amuu ragaan waajjira kantiibaa magaala Finfinneerraa argame ni muul’dhisa.