Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa gaafatan

142

Amajjii 7/2014 (TOI) – Kantiibaan Magaalaa Finfinneea Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun gaafataniiru.

Seenaa Muuziqaa Oromoo fi Itoophiyaa keessatti ashaaraa guddaa kan qabu, nama aartii jaalatamaa fi qabsaa'aa bilisummaa Doktora kabajaa Artist Alii Birraa mana jireenya isaatti argamuun daawwachuu kootiif gammachuun natti dhaga'ameera jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniif.

Artist Alii Birraaf fayyummaa gaarii hawwaaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015