Doktar Abiy Ahimad Jijjigaa galan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad Jijjigaa galan

Amajji, 17/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jijjigaa galan.
Jilli Ministira Muummee FDRI doktar Abiy Ahimadiin durfamu Jijjigaa buufata xayyaaraa idil addunyaa Gaaradi Wiliiwaal yoo gahaan pireezidaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Muhaammad fi hoggantoonni mootummaa naannichaa biroon simannaa taasisaniifiru.
Jilli kun naannaawwaa hongeen miidhaman daawwachuun raawwii hojii deeggarsa namoomaa taasifamaa jirus ni gamagama jedhameera