Itti aanaan Pireezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Finfinnee galan - ENA Afaan Oromoo
Itti aanaan Pireezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Finfinnee galan
119
Amajjii 14, 2014 (TOI) – Itti aanaan Pireezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon Finfinnee galan.
Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon wayita Finfinnee ga'an Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayii fi Daayreektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa Biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunahiin simatamataniiru.