Pirezedaantiin Somaalee Laandi magaalaa Hawaasaa galan. - ENA Afaan Oromoo
Pirezedaantiin Somaalee Laandi magaalaa Hawaasaa galan.

Amajjii 11/2014(TOI) - Jilli Pirezidaantii Somaaleelaandi Musee Bihii Abdiin durfamu Magaalaa Hawaasaa gale.
Wayita Buufata Xiyaaraa hawaasaa gahanis Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa, Obbo Dastaa Leedamoo,Ministiirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ,Deetaa Ministeera Dhimmaa Alaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseeniifi hoggantoonni olaanoo mootummaa jilichaaf simannaa taasisaniiru.
Jilli kunis hooggantoota olaanoo mootummaa waliin dhimmoota garaagaraa irratti ni mar’atu jedhamee eegama.