Itoophiyaatti har'a vaayrasichi namoota 1428 irratti argameera.

53

Amajji,6/2014(TOI) - Itoophiyaatti Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,230 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1428 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera

Namoonni haaraan 1631 dandamataniiru.

Vaayirasichi yeroo ammaa namoota 76, 971 irratti argama.

Namoonni 434 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015