Ministeerichi lammiilee naannoo Amaaratti miidhamaniif deeggarsa Birri miiliyoona 150 taasiise.

Amajjii 6/2014 (TOI) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun naannichatti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii 150 taasiisuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii ibsaniiru.

Aadde Caaltuun deeggarsichi Preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaaf laachuu AMCn gabaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015