Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegale

74

Amajjii 4, 2014 (TOI) - Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojestiksii Itoophiyaa buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila kennuu jalqabuu beeksiise.

Buufannii fi Tarminaalli tajaajilaa ala ta’ee ture humna namaa fi galteewwan barbaachisu guutuun Amajjii 2/2014 irraa jalqabee tajaajila idilee kennuu akka jalqabe ibsameera.

Tajaajila eegaluun buufatichaa galteewwan warshaaleef barbachisaan saffisaan dhiyeessuuf qo

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015