Lammiin Ameerikaa dhalootaan Somaaliyaa Haamsee Waarfaa,. Bulchiinsa Baayidan keessatti, Gorsaa Olaanaa Mirgoota Namoomaafi Dimookraasii tahuun muudaman.

98

Amajji 03/2014(TOI) - Lammiin Ameerikaa dhalootaan Somaaliyaa Haamsee Waarfaa,. Bulchiinsa Baayidan keessatti, Gorsaa Olaanaa Mirgoota Namoomaafi Dimookraasii tahuun muudaman.

Seenaa keessatti yeroo duraaf dhalootaan Somaaliyaa tahuun Bulchiinsa Pireezidaanti Joo Baayidan keessatti Gorsaa Olaanaa Mirgoota Namoomaafi Dimookraasii tahuun muudameera.

Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa akka beeksiseetti, Bulchiinsa Baayidan keessatti dhalootaan Soomaaliyaa kan tahan Haamsee Waarfaan, Gorsaa Olaanaa Mirgoota Namoomaafi Dimookraasii akkasumas Dhimma Tiika Nageenyaa Lammiilee gochuun muudameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015