Obbo Dammaqaa Mokonniin Gadaamiiwwan Dabra Roohaa Qidduus Laallibalaa daawwatan.

60

Finfinnee, Muddee 10/2014 (TOI) - Itti aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gaadaamiiwwan Dabra Roohaa Qidduus Laallibalaa daawwatan.

Daawwannaa kanarratti hoggantoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa, Ministirri Nageenyaa obbo Binnaalfi Andu'aalem fi hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT wayita naannicha weeraree turetti jiraattotarra miidhaa hammataa qaqqabsiisuu ibsameera.

Tajaajiltootaa fi luboota manneen amantaarras miidhaa suukaneessaa qaqqabsiisuu eerameera.

  • Naannoo keessan eegi!
  • Gara adda waraanaatti duuli!
  • Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015