Ministirri Muummee Abiy Ahimad yaa’ii 3ffaa hoggantoota Turki-Afrikaarratti hirmaata jiru

66

Muddee 9/2014 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa hogantoota Turki-Afrikaarratti hirmaata jiru.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa hogantoota Turki-Afrikaarratti hirmaachuuf kaleessa Turki Istaanbul galuun isanii ni yaadatama.

Doktar Abiy hirmaanna yaa'ii kanaan cinaatti dhimmoota waloo biyyoota lameenii irratti kaleessa Pireezidant waliin mari'achuun isaanii ni yaadatama.

- Naannoo keessan eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015