Magaalaa Dasee kaleessa galgala irraa eegalee tajaajila humna ibsaa argatee jirti.

91

Sadaasa, 02/2014(TOI)- Magaalaa Dasee kaleessa galgala irraa eegalee tajaajila humna ibsaa argachuu ishee Tajaajilli humna Ibsaa Itoophiyaa beeksiseera.

Weraraa gareen shororkeessaa ABUT taasiseen magaalattiirra tajaajilli humna ibsaa addaa citee tureera.

Tattaaffii hoggansi tajaajila humna ibsaa fi tekinikaa naannoo Amaaraatti taasiseen kaleessa galgala irraa jalqabee amma tajaajila argachuu eegaleetti.

Hoggansi taajaajila humana ibsaa naannichaa hawaasaaf taajila humana ibsaa deebisanii diriirsuun hawaasni jireenya isaa idileetti akka deebi'uuf cimanii hojjechaa jiru.

- Naannoo kee eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015