Guyyaan saboota, sablamootaafi uummatoota Itoophiyaa 16ffaan kabajamaa jira.

Sadaasa, 29/2014 (TOI) - Guyyaan saboota, sablamootaafi uummatoota Itoophiyaa 16ffaan magaalaa Dirree dawaatti kabajamaa jira.

Bara kana guyyaan kun garaa garummaa malee birmadummaa Itoophiyaaf dhaabbachuun tokkummaan kabajamaa akka jiru hirmaattoonni sirna kanarratti hirmaachaa jiran himaniiru.

Guyyaan saboota, sabalamootaa fi Uummatootaa Itoophiyaa bara kana mata duree 'obbolummaa sabdaneesuummaa tokkummaa biyyaalessaaf jedhuun kabajamaa kan jiru yoo ta'uu namoonni heduun irratti hirmaataniiru.

  • Naannoo keessan eegaa!
  • Gara adda waraanaatti duulaa!
  • Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!


Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015