Artist Hamalmaala Abaate lammiilee buqqa’aniif birrii miiliyoona tookko deeggarsa taasifte.

54

Sadaasa 26/2014(TOI)- Artist Hamalmaal Abaatee sababaa waraana gareen shororkeessaa ABUT baneen lammiilee qe’eefi qabeebya isaaniirraa buqqa’uun rakkoof saaxilamaniif birrii miiliyoona tokko deeggarsa taasifte.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015