Hojiin qe'ee goototaa karaa fooyyee qabuun ijaaruu jalqabameera - Doktar Ergoogee Tasfaayee

Sadaasa, 23 /2014(TOI) -Hojiin Tajaajila jiddugalaa leenjiifi kununsaa goota miidhamtoota waraanaa (qe'ee goototaa) karaa fooyyee qabuun ijaaruufi qindeessuu jalqabamuu ministirri dhimmoota hawaasumaafi hojjetoota doktar Ergoogee Tasafaayee himan.

Ministirittiin akka jedhanitti gareen shororkeessaa ABUT yeroo biyya bulchaa turetti siiyaasaa sanyii hordofee geggeessaa tureen dhaabbatoota Itoophiyaa keessaa balleesse keessaa tokko Qe'een gootota isa tokkodha jedhaniiru.

Ammaa dhaabbaticha karaa fooyyee qabuun ijaaruun akka jalqabame himaniiru.

- Naannoo kee eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

-Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015