Miseensonni hawaasa Yunivarsiitii Finfinnee sagantaa dhiibbaa Itiyoophiyaarratti ga’aa jiru mormu gaggeessaa jira

77

Sadaasa 23/2014(TOI) Miseensonni hawaasa Yunivarsiitii magaalaa sagantaa dhiibbaa Itiyoophiyaarratti ga’aa jiru mormu gaggeessaa jira.

Sagantaa kanaan Itiyoophiyaarratti gaggeeffamaa kan jiru giddugaltummaan ‘’haa ga’u’’ yaada jedhuun gaggeeffamaa jira.

Miseensonni hawaasa Yunivarsiitichaa alaabaa Itiyoophiyaa mirmirsuun dhaadannoowwan garagaraa dhageessisuun mormii isaanii argisiisaniiru.

Sagantaan mooraa Yunivarsiitichaa keessatti jalqabame akka xumurameen miseensonni kun imbaasii Ameerikaa balbala irratti argamuun mormii isaanii akka dhageessisan ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015