Naannoon Itoophiyaa Kibba Lixaa naannoo 11fa ta’uun ifatti hundeeffame

96

Sadaasa14/2014(TOI)-Naannoon Itoophiyaa Kibba Lixaa godinaalee shaniifi aanaa addaa tokko qabatee sagantaa har'a Magaalaa Boongaatti geggeeffameen naannoo 11fa ta’uun ifatti hundeeffame.

Manni maree naannichaa ergaa naannichii hundeeffame Af-yaa'i mana maree naannichaa taasisuun obbo Wandimmuu Kurtaa muudeera.

Aaddee Gannat Mangashaa immoo itti aantuu Af-yaa'ii naannichaa taasisuun muudeera.

Afaan hojii naannichaas Afaan Amahaaraa akka ta'u manni maree naannoo uummatoota kibba Lixaa Itoophiyaa murteessera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015