Sirni hundeeffama Naannoo Kibba lixa Itoophiyaa gaggeeffamaa jira.

100

Finfinnee, Sadaasa 14/2014(TOI) – Sirni hundeeffama Naannoo Kibba lixa Itoophiyaa Magaalaa Boongaatti gaggeeffamaa jira.

Naannoon Kibba lixa Itoohiyaa Godinalee 5 fi aanaa adda tokko kan qabu yoo ta’u Itoophiyaatti naannoo 11ffaa ta’ee kan hundeeffamaa jirudha.

Akka miidiyaa naannoo Kibbaa gabaasetti Sirna kanarratti hoggantoonni Fedeeraalaafi Naannoolee akkasumas keessumoonni adda addaa argamaniiru.