Manni Maree Federeeshinii murtoo Ummataa Kibba Lixa Itoophiyaa qorachuun naannoo akka ta'an raggaasiise - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Federeeshinii murtoo Ummataa Kibba Lixa Itoophiyaa qorachuun naannoo akka ta'an raggaasiise
55
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (TOI) – Manni Maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa 1ffaa, bara paarlaamaa 6ffaa har’a gaggeesseen bu’aa murtoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaa qorachuun naannoo ta'anii akka hundeeffaman raggaasiiseera.
Manni marichaa bu’aa murtoo ummataa dhiyaate qorachuun sagalee guutuun raggaasisuu Af Yaa’iin mana mare Federeshinii obbo Aganyahu Tashaagar ibsuu ragaan mana marichaarraa argame ni muul’sa.