Manni maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa taasisuuf

97

Onkololeessa 17/2014 (TOI) – Manni maree Federeeshinii FDRI bara hojii 6fffaa waggaa 1ffaa walga’ii ariifachiisa 1ffaa Onkololeessa 20 geggeessuufi.

Akka Manni maree Federeeshinii FDRI beeksiseetti miseensoonni mana marichaa fi koreen dhaabbii walga’icharratti ni hirmaatu.