Gareen Waliyaa Bor garee kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa waliin ni taphata.

100

Finfinnee, Fulbaana 28/2014 (TOI)- Gareen kubbaa Miillaa Itoophiyaa tapha gulaalli Waancaa Addunyaaf taphaa isaa 3ffaa boor magaalaa Bahaar Daritti garee kubbaa miilla Afrikaa Kibbaa waliin ni taphata.

Tapha gulaalli Waancaa Aadunyaa bara 2022 Kowaataritti phatamuuf darbuuf taasifamuu Itoophiyaan ramaddii 3ffaa keessatti Gaanaa, Zimbaabuwee fi Afrikaa kibbaa waliin ramadamuun ishee ni yaadatama.

Gareen kubbaa miillaa Itoophiyaas bor ramaddicha qabxii afuriin dursaa kan jiru garee kubbaa miilla Afrikaa Kibbaa waliin Bahaar Daaritti ni taphata.

Taphichaaf gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa har'a magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015