Faawundeeshiniin Piroofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’e

68

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (TOI)- Faawundeeshiniin Piroofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’eera.

Yaadannoo boqachuu waggaa tokkoffaa piroofeeserichaa fi hundeeffamaa faawundeeshinichaa hordofee koreen ibsa laateera.

Dura ta’aan Faawundeeshinicha Dooktar Baddiluu Waaqjiraa akka himaniitti, piroofeeser Masfiin jireenyaasaanii guutuu biyyasaaniif laataniiru jedhan.

Piroofeeserichi Itoophiyaa hiyyummaarra bilisoomtee, nageenyaa qabdu, mirgi namoomaa fi olaantummaa seeraa itti hojjirraa oolee taasisuu kan hojjetaa turan ta’uu ibsuusaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015