Pirezidaantiin Ugaandaa Yuuwer Museeveniin Finfinnee galan

73

Finfinnee,Fulbaana 24/2014(TOI)- Pirezidaantiin Ugaandaa Yuuwer Museeveeniin hundeeffama mootummaa haaraa Itoophiyaatti argamuuf har’a Finfinnee galan.

Pirezidaantichi buufata xayyaaraa idil addunyaa Boolee yeroo ga’anitti Ministirri barnoota doktar injiinar Geetaahuun Makuriyaa simataniiru.