Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee sirna kakuu raawwachuu Minsistira muummee FDRI dooktar Abiy Ahimafirraatti hirmaachuuf gara addabaabaayii Masqalaatti imalaa jiru.

63

Finfinnee, Fulbaana 24/2014(TOI)- Ministira Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad har'a bakka Pireezdaantoonni fi hoggantoonni mootummoota biyyoota garaagaraa, hawaasni bal'aan,akkasumas keessummoonni waamichi taasiifameef argamanitti Addabaabayii Masqalaatti sirna kakuu ni raawwatu jedhame.

Sirna kanarratti argamuuf Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee sirna kakuu raawwachuu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimafirraatti hirmaachuuf gara addabaabaayii Masqalaatti imalaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015