Adde Loomii Badhoo Itti aantuu Af-yaa'ii mana maree bakka bu'oota uummataa ta'uun muudaman.

86

Finfinnee, Fulbaana 24/2014(TOI)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aaddee Loomii Badhoo itti aantuu Af- Yaa'ii mana maree bakka bu'oota Ummataa FDRI taasisuun muudera.

Aadde Loomii Badhoonis Itti aantuu Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa ta'uun sirna kakuu raawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015