Ministeerri barnootaa ijaarsa dhaabbilee naannoo Beenishaangul gumuzitti barbadaa’aniif birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasise

60

Fulbaana 23/2014 (TOI) Ministeerri barnootaa ijaarsa dhaabbilee naannoo Benishaangul Gumuzitti barbadaa’aniif birrii miiliyoona 15 deeggarsa taasise.

Naannichatti ergama garee shororkeessaa ABUT fi shaneen qabeenyi mootummaa, kan uummataa fi dhaabbileen barbadaa’ aniiru.

Yeroo ammaa kana naannichi haalli tasgabbii waan jiruuf hojiin deebisanii ijaaruu hojjetamaa jira.

Haaluma kanaan ministeeriri barnootaa maallaqa deeggarsaaf kenne kana ministirri barnootaa doktar injiinar Geetaahuun Makuriyaa har’a Pirezidaantii naannichaa obbo Ashaadilii Hasanitti kennaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015