Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kan bara 2014 haala ho’aan kabajamaa jira

77

Fulbaana 23/2014- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee kan bara 2014 magaalaa Bshooftuutti barii barraaqaa eegalee haala ho’aan kabajamaa jira.

Irreechi aadaa boonsaa Ummanni Oromoo qabu keessaa tokkoo fi isa angafaa dha.Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kan bara 2014 haala ho’aan kabajamaa jira

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015