Naannoo Beenishaanguul guyyaa Tuuriziimii addunyaa waggaa dhufuu akka qopheessu ibsame

65

Finfinnee, Fulbaana 17/2014 (TOI)- Naannoo Beenishaanguul guyyaa Tuuriziimii addunyaa waggaa dhufuu akka qopheessu ibsame

Guyyaan tuuriziimii addunyaa bara kana mata duree ‘tuuriziimii guddina hunda galeessaaf’ jedhuun naannoo Sidaamaatti kabajamaa ture xumurameera.

Kan waggaa dhufuu ammoo mootummaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz kan qopheessuu ta’uu ibsameera.

Guyyaan tuuriziimii sadarka idil addunyaatti yeroo 42ffaaf akka biyyatti ammoo yeroo 34ffaaf barana kan kabame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015