Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasise

56

Finfinnee, Fulbaana 14/2014 (TOI)- Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 fi galaa kuntaala 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasisuu ibsameera.

Deeggarsa kutaalee garaagaraa naannichaa walitti qabaman jaarsoliin biyyaa fi bakka buutonni hawaasaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dabarsanii laataniiru.

Naannichi kanaan dura deeggarsa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamamu taasiseera jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015