Yaaliin fonqolochaa mootummaa Sudaan irratti gaggeeffame fashala’e - ENA Afaan Oromoo
Yaaliin fonqolochaa mootummaa Sudaan irratti gaggeeffame fashala’e
128
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 (TOI)- Yaaliin fonqolochaa mootummaa Sudaan irratti gaggeeffame fashala’uu miidiyaan biyyatti gabaaseera.
Miidiyaalee garaagaraatin gabaafamaa kan jiru qaamolee eenyuummaan isaanii hin beekamneen yaaliichii gaggeeffamuu fi buufata reediyoo Umduurmaan to’achuuf yaaliin taasisaaniiru jedhame.
Mootummaan biyyatti dhimmicha to’achuuf tattaaffii taasisaa jiraachuu ibsameera.