Jilli Mootummaa naannoo saboota,sablamoota fi uummatoota Kibbaa lammilee naannoo Affaritti sababaa garee shororkeessaa ABUT'n miidhaman gargaarsa taasisuuf Samaraa galan.

69

Finfinnee, Fulbaana 3/2013 (TOI)- Jilli Mootummaa naannoo saboota,sablamoota fi uummatoota Kibbaa lammilee naannoo Affaritti sababaa garee shororkeessaa ABUT'n miidhaman gargaarsa taasisuuf Samaraa galan.

Itti aanaan Pireezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni olaanoo naannichaa naannoo Afaar Magaalaa Samaraa galaniiru.

Jilichi gareen shororkeessaa ABUT waraanaa baneen naannoo Afaariitti lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisuuf har’a naannichaa imaaluun himameera..

.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015